Iyyaata Heyyaama Gahuumsa Ogummaa

Komishinii Tuurizimii Oromiyaa

Iyyaata Heyyaama Gahuumsa Ogummaa

1. A. Dhunfaan Tajaajila Argachuuf yoo ta’e
B. Waldaan Tajaajila Argachuuf yoo ta’e

2. Teessoo Tajaajila gaafataa (Dhunfaa ykn Waldaa)

3. Teessoo Bakka Hojii

5. Ulaagaa Heyyama Ogummaa baafachuuf guutamuu/dhiyaachuu qaban Ulaagaa taa’e irratti hundaauun kan guuttadheera jettan bakka duwwaa taa’e irratti tartiibaan barreessaa

Oromia Tourism Commission